Beellamni guyyaa harraa rakkoo networkiitiin hin maxxanfamnee

Mirkanneessaan ="Maskaram Makuwaanint"

Bagaa Nagayaan Dhuftan!!! Kabajamtoota Abbootii dhimmaa, kun hubannoo Maamiltootaaf yeroo hundaa Deeskii Odeeffannoo irra isinii darbuu dha. Abbaan dhimmaa baasii hin barbaachifneef akka hin saaxilamnee dhimmoota adda baasuun kaa'eera. Dhimmaa Hariiroo Hawaasa idilee Galmee banuu Daqiiqaa = 20, Deebii Fuudhuuf Daqiiqa 15, Falmii dhagahuuf sa'aa 1:00, Deebii fudhuuf Daqiiqaa 15, Ragaa dhagahuuf sa'aa 2, Murtii keennuuf sa'aa 1:30. Dhimmaa H/H Sirna Gabaabaa Galmee banuuf Daqiiqaa = 15, Yoo hayyamamuu baatee Daqiiqaa= 20, Murtii keennuuf Daqiqaa = 45, Dhimma H/H Sirna Ariifachiisa Galmee banuuf Daqiiqaa 10. Murtii keennuuf daqiiqa = 30

Latest
First